1 Kings 14:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri fulla Waaqa iti kad'atani waaqoota d'araati jaare. Ammalle d'akha old'ad'aabe akheekha waaqa Ashera jed'ani mid'aafatani, gaareeni ch'ufafi mukeeni gaadisa ch'ufa jalati kad'atani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan tulloota dhedheeraa irratti muka baalli isaa lalise maraa jalatti hulee itti sagadan, sooddu'uu fi fakii Asheera'aa dhaaban.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan koobota dhedheertuu mara irratti addee waaqonfanna'aa, soodduu akka woyyu'uutitti ilaalanu, utuboota waaqa dharaa ta, «Asheeraa» jedhantuu, gaaddisa muka banqaaqa'aa mara jalalle'etti hujatane.