1 Kings 14:24 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan suni ch'ufa ira hamtu nami d'iiratifi ka uwaleeni fulla waaqoota d'ara iti kad'atani suni huji sharmut'a hojatani, worri Yuda waan fafa hamtu, ka worri AABBO Waaqi duri worra Israeli duraa gusse tolfatu ch'ufa tolfate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Biyya Yihuuda'aa keessa worra Soodomiititu jira; isaan battummaa worri ormaa hojjatu ka Rabbi ijoollee Israa'elii afo'oo balleesse maraa hojjatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lafa san keessa galmi dhiirti keessatti wol bukkoonsituuyyuu jira. Isaan akkuma kolbaa gosa biyya adda addaa, ta Mootiin Waan Maraa Israa'eloota duraa ari'ee baasee, waan Mootii Waan Maraa diqachiisu bacaa hujane.