1 Kings 14:26 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
faaya Mana Waaqatifi waan inni mana isaa keesa olkeyate ch'ufa, wonte worqi ta Solomonile, fud'ate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qabeenna mana woyyu'uu, ka mana mootumma'aa maraa, wontee Solomoon worqii irraa hojjachiise maraa saamee fudhate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni qabeenna Galma Mootii Waan Maraatii fi mana mootumma'aa keessa jiru mara, wontee mootichi Solomoon worqii irraa hujisiise maralle fudhate.