1 Kings 14:29 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan hayyu Rehoboamuuni tolche ch'ufa kitaaba Odu Hayyoota Yuda ch'ufa keesati t'aafaniti t'aafani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti mootichi Roobi'aam hojjate maruu galmee seenaa mootota biyya Yihuuda'aa keessatti barreeffameera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wonni dhibiin ta mootichi Rehobiyaam huje marti, kitaaba dabarsii mootota Yihuda'aa keessatti barreeffanteerti.