1 Kings 14:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qit'a kud'anifi daabofi dammale fuud'i geesifi; duuba inni waan gurbaani keenna kunini tahu siti hima.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Harkatti buddeena kudhanii fi bixilee hedduu damma xuwwee tokkoo qabadhuu isa bira dhaqi; inni waan muca'aa sitti himaa» isi'iin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa dhaxxu daabboo xaltaa kudhan, bixee zayitii dibante diqqoo isi'iitii fi damma okkotee tokko qabadhuutii gara isaa dhaqi. Inni waan ilmi keenna te'uuf jiru si'itti hin hima» jedhe.