1 Kings 14:30 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Bara suni ch'ufa Rehoboamufi Yeroboamu woraanati jiddu jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bara mootii Iyyoorbi'aamiitii fi mootii Roobi'aamii isaan jidduu lola wol irraa hin cinnetu ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Rehobiyaamii fi Yerobi'aam bara ifii mara wol lolaa turane.