1 Kings 14:31 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Rehoboamuuni due jennaani fulla hayyoota iti awaalani dira Daudi keesati isa awaalani, jennaani ilmi isaa Abiyaani fulla isaa hayyu tahe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Roobi'aam du'ee hulee abboonni isaa itti awwaalaman qachaa Daawitii keessatti awwaalame; bikka isaa ilma isaa Abiya'atu mooye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Rehobiyaam du'ee, qachaa Daawitii keessatti addee awwaala abbootii ifiititti awwaalame; haati Rehobiyaamii «Na'aamaa» jedhanti; isiin nama biyya Amoonii ti. Ilmi isaa Abiiyaan addee isaatitti mootii te'e.