1 Kings 14:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani isiini Shailoti iti d'aabate, mana Ahiyatini baate. Ahiyaani waan jaare ila d'abe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu haati manaa Iyyoorbi'aamii akkuma inni isi'iin jedhe kanniin maraa harkatti qabattee Seelo'otti mana Akiya'aa dhaxxe. Raattichi Akiyaan waan guddisee dulloomeef ijji isaa waa hin guuttattu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre haati manaa Yerobi'aamiille akkuma inni jedhe gootee, gara qachaa Shiilo'oo gara mana Ahiiya'aa dhaxxe. Ahiiyaan waan dulloomeeruuf ilti isaa dhaggiisa dadhaddeertiiyyu.