1 Kings 14:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle anini mootuma worra Daudi iraa fuud'e sii kenna. Ammo atini aka hojatu kiyya Daudi intaane, ka seera kiyya guute garaa tokooni na gula deeme waan anini fed'u ch'alla tolche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootummaa fiixaa Daawitii harkaa fuudhee sii kenne; ati garuu akka garbicha kiyya Daawitii akka inni amanamumma'aan na faanaa deeme, akka inni na afo'otti waan qajeelaa godhe, akka inni ajaja kiyya eege, ati hin eenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani mootummaa sanyii Daawitii irraa fuudhee si'iif kenne; ati ammoo akka tajaajilaa kiyya Daawitii, ka ajaja kiyya eegatee, gadhaa tokkochaan na hordofee, fuula kiyya duratti waan sirrii te'e hujee hin teene.