1 Kings 14:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini worra si durati lafa mohatele ch'ufa ira ya hameenna tolchite, atini na didde, waaqoota d'ibifi akheekha isaani mid'aafate, waaqoota suni kad'atte, akasiini na dallansiifte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra siin duraa maraa caalaa ati cubbuu hamaa hojjatte, ati na dhiiftee waaqa tolfama'aa fi fakii sibiila baffameen hojjattee na aarsite.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati sibiila baqsiifame irraa waaqota dhibii, waaqota dharaa hujisiittee, na aarsitee mootota si'iin duraa caalaa, waan hantuu hujjee, dudda natti galte.