1 Kings 15:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni sharmut'a d'iiratifi ka uwa, ka fulla waaqa d'ara iti kad'atani hojattu, lafa keesaa balleese, ammalle akheekha waaqoota d'ara, ka hayyooti isa dura jirtu mid'aasite, ch'ufa balleese.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni biyya ufii bulchu keessaa worra Soodomii yaase, waaqa tolfamaa abboonni isaa waaqeffatan maraa balleesse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi Aasaan addee dhiirti itti wol bukkoonsitu lafa san keessaa balleesse; waaqota dharaa ka abbootiin isaa hujjelle mara balleesse.