1 Kings 15:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni akko isaa Maaka, guddinni isiini qabdu ka hayyuma, iraa fuud'e, wonti akanatiifi isiini akheekha waaqa hama ka Ashera jed'ani mid'aasite. Inni akheekha suni ch'ach'abse, laga Kidroni keesati gube.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haati isaa Ma'ikaan waaqa tolfamaa waaqeffatan waan hojjatteef akka isiin mootii hin taane godhee waaqa tolfamaa isi'ii caccabsee laga Qeediroonii biratti gube.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkoon isaa Ma'akaan, fakkii waaqa dharaa ta «Asheeraa» jedhantuu, diqachiittuu waan hujjeef, inni giittummaa irraa isii buuse; fakkii isiin hujjelle caccassee, dhooqa Qedroonii keessatti gube.