1 Kings 15:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato inni fulla waaqoota d'ara iti kad'atani ch'ufa balleesu baatele, inni haga jiru ch'ufa garaa tokooni AABBO Waaqa hojate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu hulee itti sagadan ka tulloota gubbaa jiru hin balleessine, Aasaan bara ufii jiraate maraa keessatti garaa guutuu qaba ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Aasaan addee waaqonfanna'aa mara balleessuu dhabulle, haga bara jiruu ifii mara, Mootii Waan Maraatiif addatameera.