1 Kings 15:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Baashani lafa Yuda had'e, dira Raama jabeese jaare, aka nami tokoleeni dira suni keesaa bahe yokhaani inseene.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootiin Israa'elii Ba'oos biyya Yihuuda'aatiin lolee qabatee, Raamaa kushee ufii godhatee hojjate; wonti waan kana godheef eennullee gara biyya Yihuuda'aa akka hin seennee fi akka hin baane dhooggu'uuf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Israa'elii Baa'ishaan biyya Yihuda'aa lolee, eennulle gara biyya Yihuda'aa akka hin seenne, achi keessalle'ee akka hin baane, qachaa Raama'aatitti dalleya dhaka'aa ijaare.