1 Kings 15:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba hayyu Asani qarsifi worqi ta Mana waaqatifi mana hayyu keesati hafte guure, jara isaatini Damaskiti erge, ammalle Benhadadi hayyu Shamu, ilma Tabrimoni, ka ilma Hezioni, d'aamsa kana iti erge waan jed'eeni:
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sababaa kanaaf mootichi Aasaan birri'ii fi worqii mana woyyu'uutii fi ka mana mootumma'aa baasee hojjattoota ufii irraan Xabiriyoosii ilma ilma Heziyoonii ta'een mootii Sooriya'aa Wolda'adeeriif akka kenna'aatitti ergeef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre mootichi Aasaan, meeti'ii fi worqii Galma Waaqaatii fi mana mootumma'aa keessatti hatte mara fuudhee, qondaaltota ifiititti kennee, gara mooticha Sooriya'aa Ben-Hadaadii ilma Xaabriimoonii, akaakoo Heziyoonii ka qachaa Damaasqo'oo keessa jiruu ergee,