1 Kings 15:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyu Baashani waan tahe suni ch'ufa d'agaye jennaani, dira Raama, ka jaaru jiru kaani, lakise, Tirsati godaane.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi Ba'oos haga waan kana dhagaye Raamaa hojjachuu dhiisee biyya Teersa'aa dhaqee keessa jiraate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi Israa'elii Baa'ishaan tana yennaa dhage'e, qachaa Raama'aatitti dalleya dhaka'aa ijaaruu lakkisee, gara qachaa Tiirza'aa deebi'e.