1 Kings 15:23 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan kana male waan hayyu Asani jannoomaani tolcheefi dira jajaba inni jaarelle ch'ufa, kitaaba Odu Hayyoota Yuda keesati t'aafaniti t'aafani. Ammo inni jaare jennaani, d'ukuba fuud'e naafate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti mootichi Aasaan hojjate maruu hujiin jannumma'aatii fi qachoonni inni itti kushee hojjate galmee seenaa mootota Yihuuda'aa keessatti barreeffameera; mootichi Aasaan hennaa jaare lutti isaa waan dhukkubeef laamshaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wonni dhibiin ta mootichi Aasaan huje marti, milkayiis isaatii fi qachaan inni ijaarsise, kitaaba dabarsii mootota Yihuda'aa keessatti barreeffanteerti. Inni yennaa dulloome ammoo, dhukkuba miilaatiin qabame.