1 Kings 15:26 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni akuma abba isaa AABBO Waaqa durati ch'ubbu tolche worra Israeli ch'ubbu keesa buuse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni Rabbiin afo'otti waan hamaa hojjate akkuma abbaan isaa cubbuu hojjate innillee banii Israa'elii cubbuu hojjachiise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni akkuma abbaa ifii, fuula Mootii Waan Maraa duratti cubbuu hujee, kolbaan Israa'eliille cubbuu akka hujju godhe.