1 Kings 15:28 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti kunini ganna sadeeso ka hayyu Asani lafa Yuda mohate taate, duuba akanaani Baashani fulla Nadabu hayyu Israeli tahe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Aasaan biyya Yihuuda'aa irratti mooyee woggaa sadeesso'ootitti Ba'oos Naadaabiin ajjeesee bikka isaa mootii ta'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Aasaan mootii Yihuda'aa te'ee, woggaa sadeesso'ootitti, Baa'ishaan Naadaab ijjeesee, addee isaatitti mootii Israa'elii te'e.