1 Kings 15:29 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni akuma hayyu taheeni worra Yeroboamu ch'ufa hobaase. Akuma AABBO Waaqi hojattu isaa raaga Ahiya jed'ani, ka Shilo, kaaniini jed'e, Worra Yeroboamu ch'ufa fit'ani, tokoleeni ka bahe injiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni akkuma mooyeen maatii worra Iyyoorbi'aamii maraa fixe; akkuma Rabbi karaa raatticha ufii Akiyaa biyya Seelo'ootiin dubbate maatiin Iyyoorbi'aamii maruu hin dhuman womaa hin hafne;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni akkuma mootii te'een, maatii Yerobi'aamii mara ijjeesee fixe; akkuma Mootiin Waan Maraa karaa tajaajilaa ifii, raagicha Ahiiyaa nama qachaa Shiilo'ootiin dubbate, inni maatii Yerobi'aamii tokkolle adoo hin hamburin mara isaanii fixe.