1 Kings 15:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni akuma abba isaa daba tolche, AABBO Waaqa isaa garaa tokooni aka ababo isaa Daudi gula indeemne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee cubbuu abbaan isaa hojjate maraa hojjate; onneen isaa akka abbaa isaa akka Daawitii qulqulluu hin turre.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi Abiiyaan cubbuu abbaan isaa dur huje mara huje; inni akka Daawitii abbaa abbootii isaa ta durii, Mootii Waan Maraa Waaqa ifiitiif hin addatanne.