1 Kings 15:32 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyu Yuda ka Asa jed'anifi hayyu Baasha jed'ani, ka Israeli, haguma worri hayyu tahe bara suni ch'ufa worra lachu woraanumati jiddu jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bara mootiin Yihuuda'aa Aasa'aa fi mootiin Israa'elii Ba'oos bulcha'aa turan lola addaan hin cinnetu isaan jidduu ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Yihuda'aa Aasa'aa fi mootiin Israa'elii Baa'ishaan bara mootummaa ifii mara wol lolaa turane.