1 Kings 15:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti AABBO Waaqi akana tolcheefi waan Daudini waan isa gammachiisa tolche seera isaa taka inch'absinifi waan inni Uriaa ka gosa Hiti kaani tolche male.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawiti bara ufii jiraate maraa keessatti Rabbiin afo'otti waan qajeelaa godha'aa waan inni isa ajaje maraa raawwata'aa ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawiti cubbuu Uriiyaa Heeticha irratti huje malee, fuula Mootii Waan Maraa duratti waan sirrii te'e hujeera; bara jiruu ifii mara ajaja Mootii Waan Maraa eegateera.