1 Kings 16:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Zimirini mana suni seene isa d'ae ijeese fulla isaa hayyu tahe. Wonti kunini ch'ufti ganna diddami torbeeso, ka Asani lafa Yuda mohate, taate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san Zamiri mana waa itti dhugan san keessa seenee Eelaa ajjeesee bikka isaa mooye; wonti kun maruu bara mootiin biyya Yihuuda'aa Ba'oos mooyee woggaa diddamii torbeesso'ootitti ta'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Aasaan mootii Yihuda'aa te'ee, woggaa diddamii torbeesso'ootitti, Ziimri mana seenee Elaa ijjeesee, addee isaatitti mootii te'e.