1 Kings 16:13 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro waan worri boch'e kad'atuufi ammalle maro worri worra Israeli ch'ubbu keesa buusefi, Baashafi ilma isaa Elani AABBO Waaqa Israeli dallansiisani.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Baa'ishaa fi ilmi isaa Elaan waaqota dharaa ka woy hin baane waaqonfatiisaan cubbuu hujanee, kolbaan Israa'eliille cubbuu akka hujju godhanee, Mootii Waan Maraa Waaqa Israa'elii waan aarsaneef, tun teete.