1 Kings 16:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti woni kunini taateefi waan inni AABBO Waaqa durati ch'ubbu tolcheefi. Akuma Yeroboamu, inni ch'ubbu tolche AABBO Waaqa dallansiise worra Israelile ch'ubbu keesa buuse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti kun ta'eef waan Rabbiin afo'otti cubbuu hojjatee fi worra Israa'eliillee akka isaan Rabbiin afo'otti cubbuu hojjatan godhee cubbuu Iyyoorbi'aam hojjatellee waan hojjatee Rabbiin aarseef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni akkuma Yerobi'aamii fuula Mootii Waan Maraa duratti cubbuu hujee, kolbaan Israa'eliille cubbuu akka hujju waan godheef tun teete.