1 Kings 16:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini si, nama woma keesa injirre fuud'e, gudda worra kiyya ka Israeli si tolche. Ammo atileeni amma ya akuma Yeroboamu ch'ubbu tolchite gumi tiyya ch'ubbu keesa buufte. Ch'ubbuuni gumi tiyya suni amma la na dallansiifte,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ani lafaa si kaasee banii kiyya Israa'eliin irratti bulchaa si taasise; ati garuu akka Iyyoorbi'aamii cubbuu hojjattee banii kiyya Israa'eliinillee akka isaan cubbuu hojjatan gootee na aarsite.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ani bukuu keessaa si kaasee, sooressa kolbaa tiyya Israa'elii si godheera; ati ammoo akka Yerobi'aamii cubbuu hujjee, kolbaan tiyyalle cubbuu hujjee, cubbuu ifiitiin akka na aarsitu gooteerta.