1 Kings 16:24 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
duuba eege gaara Samaria, namicha Shemeri jed'ani toko ira qarsi kuma jaatiini bite. Omrini gaara suni irati dira jaare, maqa isaa Samaria baase, maqa abba gaara suni ka Shemeri jed'ani gula.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni Saamiriin irraa gaara Samaariya'aa birrii makiliitii kuma jahaan bite; gaara bite san irratti qachaa ijaare; qachaa ijaare san maqaa namicha gaara irraa bitee ka Saamir jedhamuun «Samaariyaa» jedhee itti baase.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni kooba Shamroonii meetii kuma jaan namicha, «Shemeri» jedhamu irraa bitatee, qachaa irratti ijaaree, qachaa san maqaa Shemerii ka abbaa kooba san gurgureetiin, «Samaariyaa» jedhee moggaase.