1 Kings 16:32 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Samaria keesa mana Baali iti kad'atani jaare, waan sorio irati qalani mid'aase, mana suni keesa kaye.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni Samaariyaa keessatti mana waaqa tolfamaa Ba'aalii ijaare keessatti hulee ciinca'aa ijaare.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni Samaariyaa keessatti waaqa dharaa Ba'aaliif galma ijaaree, achi keessatti addee ciinca'aa huje.