1 Kings 16:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama worra keeti ka dira keesati due ch'ufa sareeti nyaata, ammo ka alati duu ch'ufa allaatiti nyaata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gosa Ba'oosii keessaa namoota qachattii keessatti dhuman sariintu nyaata; worra raasa'atti dhuman allaatti'itu nyaata.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maatii teeti keessaa worra qachaa keessatti du'u mara, sareen hin nyaatti; worra qacha'aan alatti du'u mara, allaatiin hin nyaatti» jedhe.