1 Kings 16:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan Baashani tolcheefi jannooma isaa ch'ufa kitaaba Odu Hayyoota Israeli keesati t'aafaniti t'aafani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti Ba'oos hojjatee fi hujiin isaa ka jannumma'aa maruu galmee seenaa mootota Israa'elii keessatti barreeffameera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wonni dhibiin ta mootichi Baa'ishaan huje martii fi milkayiis isaa, kitaaba dabarsii mootota Israa'elii keessatti barreeffanteerti.