1 Kings 17:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Eliyaani Sareptati iti d'aabate, fullo dira suniitini bahe jennaani niiti hiyyeeti toko, ta qoraani ch'absatuni bahe, waan jed'eeni, Bisaani anini d'ugu naa kenni.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf innillee ka'ee deemee seensa qachattii Saraphta'aa haga gaye, dubartiin abbaa worraa hin qabne takka achitti qoraan guurti; inni isii waamee, «Yabo'oo bisaan dhugu xuwwe'etti naa fidi» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Eliyaas gara qachaa Saraaphta'aa dhaqee, karra qacha'aa bira yennaa geye, haadha hiyyeessaa ta haasumee qocattu takka dhaggee, isii waamee, «Maganne'e bisaan unu naa fidi» jedheen.