1 Kings 17:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isiini bisaani fuuti deemnani faana lalabe waan jed'eeni qit'a diqa toko ka anini nyaad'uni naa kooti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa isiin bisaan isaa fuudhu'uuf deemtu isii waamee «Yabo'oo bixilee diqqoo harkatti naa qabadhuu koottu» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isiin bisaan isaaf fidiisaaf dhaqiisatti adoo jirtuu, inni isii waamee, «Maganne'e daabboo diqqoo isi'iille naa fidi» jedhe.