1 Kings 17:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isiini waan Eliyaani jette, Namicha Waaqa kana, anini maani yake ka atini akana na tolchitu! Atini ch'ubbu tiyya Waaqa qaabsifte akanaani ilma kiyya ijeesu d'ufte?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isiin Eeliyaasiin «Nama Rabbii! ani maal si godhe? Wonti ati as dhufteef cubbuu kiyya natti laakkoftee akka mucaan kiyya na jalaa du'uufii?» jetteen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isiin Eliyaasiin, «Ee nama Waaqaa ani maan si godhe? Ati cubbuu tiyya Waaqa qaabachiittee, ilma kiyya ijjeesiisaaf as dhuttee?» jettee gaafatte.