1 Kings 17:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani AABBO Waaqa kad'ate waan jed'e, Ee AABBO Waaqa kiyya, atini maanifi niiti hiyyeeti tana waan hamtu akana kana tolchita? Isiini guddo na qorqorate, atini ammo ilma isii ijeefta?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Eeliyaas, «Yaa Rabbi! Waaqa kiyya! dubartittii abbaan worraa irraa du'e ta waa na nyaachisa'aa turte jalaa mucaa isi'ii ajjeeftee maaf isii gaddisiifte?» jedhee laagaa ol qabatee Rabbiin kadhate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Eliyaas qoonqoo guddo'oon, «Ee Mootii Waan Maraa Waaqa kiyya, haadha hiyyeessaa ta ani bira turu tana, ilmi isi'ii akka du'u godhiisaan, waan hantuu akkasii maaf isii irratti fidde?» jedhee gara Mootii Waan Maraa iyye.