1 Kings 17:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Eliyaani maro sadi gurba gubati dirirfate Waaqa kad'ate waan jed'e, Ee AABBO Waaqa kiyya, gurba kana lubbu iti deebisi!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni reeffa mucaa du'ee san irra harka sadihii ciisee «Yaa Waaqa kiyya yabo'oo lubbuun mucaa kanaa akka itti deebitu si kadhadha» jedhee Rabbiin kadhate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba inni ilma san irratti yennaa sad itti gombifamee, «Ee, Mootii Waan Maraa Waaqa kiyya, maganne'e lubbuun mucaa kanaa akka itti deebitu godhi» jedhee gara Mootii Waan Maraa iyye.