1 Kings 17:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Eliyaani gurba fuud'e, gadini bue, had'ati kenne waan jed'eeni me ilaali, gurbaani ke injira!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeliyaas mucaa san gamoo gubba'aa buusee gara manaa haadhatti fidee «Mucaan kee kunoo lubbu'uun jira» jedhee isi'itti kenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Eliyaas mana mana irratti ijaarame irraa mucaa gad buusee, «Kunoo, mucaa keeti lubbuun itti deebiteerti» jedhee haadha isaatitti isa kenne.