1 Kings 17:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dareera suni bisaani keesaa d'udde, duuba anileeni sagale haranqeesani sii erga.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Laga sanii bisaan dhudda; akka isaan waan nyaattu sii fidan ani harraageeyyii sii ajajeera.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhooqa san keessaa bisaan hin unta; achitti sagaleelle akka sii fidu harraaqessa ajajeera» jedhe.