1 Kings 17:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eliyaani dubbi AABBO Waaqa ch'aqase, kae, dareera Kerithi jed'ani kaani, d'aatu tae.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeliyaas akkuma Rabbi itti dubbate laga fincaayaa ka Yoordaanosiin afoo jiruu dhaqee taa'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Eliyaas akkuma Mootiin Waan Maraa isa ajaje, gara dhooqa Keriitii ka laga Yordaanosii irraa karaa aduun baatu jiru dhaqee achi ture.