1 Kings 17:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kai, dira Sarepta, ka d'aatu Sidoni, d'aqi, achi tai. Anini la niiti hiyyeeti tokoti hime aka isiini si fiddu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Eeganaa amma ka'ii gara qachaa Sarraphta'aa ta ladda Siidoona'aatiin jirtuu dhaqii taa'i achitti akka si horattuuf dubartii abbaa worraa hin qabne takka sii ajajeeraa.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ka'ii, gara qachaa Saraaphta'aa ka biyya Sidoonii keessa jiruu dhaqii achi le'i. Haati hiyyeessaa ta achi leetu takka, akka sii areertu ani ajajeera» jedhe.