1 Kings 18:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi bulti heddu, ganna sadeeso ka oola hamtu suni keesa, AABBO Waaqi waan Eliyaani jed'e, Beeni, Ahabu argu d'aqi, duuba anini bokayaani isanii d'ufa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa dheera'aan maayessa woggaa sadeesso'ootiin maayii dubbiin Rabbii ka «Dhaqii Aki'aabitti mudhadhuu ani rooba roobsa jedhiin» jedhu gara Eeliyaasii dhufe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa heddu'uun duuba, woggaa sadeesso'oo keessa, jechi Mootii Waan Maraa gara Eliyaasii dhufee, «Dhaqiitii mooticha Ahaabitti mudhadhu; anille lafa irratti bokkeya hin roobisiisa» jedhe.