1 Kings 18:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maqa AABBO Waaqa kanketitini siti kakhad'a, aka hayyichi lafa ch'ufa keesa si barbaade si d'abe. Hojja hayyuuni lafa tateefu Eliyaani lafa tiyya keesa injiru jed'u Ahabuni hayyu sunini, kakhad'i jed'a, aka inni si inargini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi si soqaa biyyi inni itti nama hin ergine akka hin jirre maqaa Rabbii Waaqa keetiitiin sii kakadha; bulchoonni biyya inni nama itti ergee maruu akka si hin agarre yoo himan isaan kassiisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhugaa Mootii Waan Maraa Waaqa jiraataa keetii, goottaan kiyya si barbaadiisaaf, kolbaan yookiin mootummaan inni nama itti hin ergin tokkolle hin jirtu; kolbaan yookiin mootummaan, ‹Inni as hin jiru› yennaa jettu, akka ati achi hin jirre mirkaneeffatiisaaf, isaan kakachiisaayyu.