1 Kings 18:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini aka anini gaafa Yezebelini raagoota AABBO Waaqa hobaafte, raagoota d'ibba toko goda d'akha keesati shantama shantamani d'osse, sagaleefi bisaani kenneefi ind'ageenne, jed'iini nani jetta, inni na ijeesa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa Eelzaabeel raattota Rabbii ficcisiifte, ani garuu raattota Rabbii namoota dhibbaa fuudhee shantama shantama godhee goda keessatti dhossee waa isaan nyaachisee bisaan obaasa'aa akka ture, waan ani godhe kana ati gooftaan kiyya hin beettuu?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Iizaabel yennaa raagota Mootii Waan Maraa ijjeesisiitte, waan ani godhe, ati goottaan kiyya hin dhageennee? Ani raagota Mootii Waan Maraa dhibba tokko, shantama shantamaan addee lamatti qoodee, goda dhaka'aa lama keessatti dhossee, sagale'ee fi bisaan isaaniif kenne.