1 Kings 18:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba amma tana atini akami beeni hayyuti himi, anini arma jira, jed'iini nani jetta, inni na ijeesa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeliyaas argameera jedhii Aki'aabitti himi naan jetta; inni garuu yoo si dhabe na ajjeesa!» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati amma ani gara goottaa kiyyaa dhaqee, ‹Eliyaas as jira› jedhee akka itti himu barbaaddaa ree? Yoo ani tana godhe inni na hin ijjeesa» jedhe.