1 Kings 18:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eliyaani waan jed'eeni, Anini maqa AABBO Waaqa gudda anini hojad'uni kakhad'a aka anini arra hayyu arge male inteenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeliyaas «Maqaa Rabbii jiraataa waan maraa danda'u ka afoo isaa dhaabadhuutiin kakadhe ani adha Aki'aabitti hin mudhadha» jedhee deebiseef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Eliyaas deebisee, «Dhugaa Mootii Waan Maraa Waaqa jiraataa waan mara dadee, ka ani tajaajiluu, dhugumaan ani adha mooticha Ahaabitti hin mudhadha» jedhe.