1 Kings 18:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Amma waan taatu, worra Israeli ch'ufa gaara Karmeliti wolti naa yaani. Ammalle raagoota d'ibba afuritiifi shantama ta Baalitifi raagoota d'ibba afuri ta Ashera, ta hayyiti Yezreelini fiddu natiini kooti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati amma nama ergii worra Israa'elii maraa raattota sobaa dhibba afuriitii fi shantamaa ka mana Eelzaabeeliitii waa nyaatan raattota sobaa dhibba afurii ka waaqa tolfamaa Ba'aaliin waaqeffatan hulee ciinca'aa ka Ba'aaliin irratti waaqeffatan gaara Qarmeloosii irratti qabii na bira isaan fidi» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amma nama ergiitii kolbaa Israa'elii mara, raagota Ba'aalii dhibba afurii fi shantama, raagota waaqa dharaa ta, ‹Asheeraa› jedhantuu dhibba afur worra qorii Iizaabelii keessaa nyaatanu, gaara Qarmelosii irratti wolitti naaf qabi» jedhe.