1 Kings 18:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Eliyaani Ahabu argu d'aqe. Oolani lafa Samaria keesati guddo jabaate, jennaani Ahabuni Obadia, namicha huji mana hayyuti gudda, yaame.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeliyaasillee Aki'aabitti mudhachu'uuf gara isaa dhaqe; hennaa san Samaariyaa keessa beela gudda'atu jira ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Eliyaas akkuma ajajame gara Ahaabii dhaqe. Yennaa san Samaariyaa keessatti beelti hammaatteertiiyyu.