1 Kings 18:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eliyaani biyyati d'ufe waan jed'eeni, Isani haga jirtani waan lama jiddu yau illakiftani? Hojja AABBO Waaqi Waaqa taate isa gula baha; ammo yo Baalini Waaqa taate isa gula yaa! Ammo biyyiti woma isa gula indubbanne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeliyaas gara bani'ii dhiyaatee «Isin haga yoomii yaada lamaan deemtan? Rabbi Waandhi yoo Waaqa ta'e isa waaqeffadhaa'a! yoo waandhi tolfamaan Ba'aal waaqa ta'e isa waaqeffadhaa'a!» jedhe; baniin garuu womaa isatti hin deebifne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Eliyaas kolbaa dura dhikaatee, «Haga yoomii yaada lamaan daaxxan? Mootiin Waan Maraa Waaqa yoo te'e isa hordofa'a Yookiin Ba'aal Waaqa yoo te'e isa hordofa'a!» jedhe. Kolbaan ammoo waan tokkolle hin deebinne.