1 Kings 18:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Eliyaani waan jed'e, Raagi AABBO Waaqa ka hafe anuma ch'alla, ammo raagooti Baali nama d'ibba afuritiifi shantama.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa Eeliyaas bani'iin «Raattota Rabbii keessaa ana calla'atu hafe raattonni sobaa ka ba'aalii garuu namoota dhibba afurii fi shantama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Eliyaas kolba'aan, «Raagota Mootii Waan Maraa keessaa nami hafe na qofa; Ba'aal ammoo raagota dhibba afurii fi shantama qaba.