1 Kings 18:24 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba raagooti Baali ha Waaqa ufi kad'atu, anileeni AABBO Waaqa kad'ad'a; duuba abba ibida gabuuse akanaani kad'a namaa d'agayeti Waaqa d'ugaati. Jennaani biyyiti ch'ufti dubbi suni quufte, hataatu jette.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa isin maqaa waaqa keessanii waamaa'a; anillee maqaa Rabbii waamaa ka dhagayee ibiddaan deebisu inni Waaqa haa ta'uu» jedhe; baniin maruu wonti kun waan misha'a jedhanii deebisaniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba raagoti Ba'aalii gara waaqa ifii daadimatanuu ti; anille gara Mootii Waan Maraa kiyyaa hin daadimadha; waaqi ibiddaan deebii kennu, inni Waaqa dhuga'aa ti» jedhe. Kolbaan marti, «Wonni ati jette dansa'a» jette.